Tajaajila Baankii Itti Aanuu fi Guddina!
Waa'ee Toora Sagantaa
Toorri Sagantaa Faayinaansii Fi Biizinasii Dandeettii Leenjiiwwanii fi Leenjiiwwan Xiinsammuu Fayyadan Kennuu, Dabalataanis Balaa Uumamaa fi Walitti Bu’iinsaan Hojiiwwan Daldalaa Miidhaman Akka Guddatan Hojii Isaanii Madaaluu Akka Dandaa’anii fi Jabina Akka Qabaataniif Karoora Gargaaru Qabateera.
Kaayyoo
Toorri Sagantaa Kun, Hojiiwwan Xixiqqaa, Giddu Galeessa, Jalqabdoota fi Al_Idilee Dabalatee Hojii Daldalaa 72,000 Gargaaruun Olitti Carraa Hojiiwwan 410,800 Uumuu Danda’eera
Turtii
Oktoobar 2015 – Sebtembar 2020
Dachee Mijooftuu /Naannoowwan
Naannowwan Biyyatti Hundatti ( Affaar, Amaaraa, Beenishaangul Gumuz, Giddu Galeessa Itoophiyaa, Dirredaawaa, Gaambeellaa, Hararii, Oromiyaa, Sidaamaa, Somaalee, Kibba Itoophiyaa, Kibba Lixa Itoophiyaa Fi Tigraay)
Leenji
Leenjii bulchiinsa daldalaa fi barnoota faayinaansii
Seensa Koorsiin kun abbootii qabeenyaa daldala xixiqqaa fi giddu galeessaa...
Gaaffiiwwan Irra deddeebiin Ka'an (FAQ)
የመስመር ላይ MESMER LMS ለ MESMER ፕሮግራም ትምህርታዊ ይዘቶችን ለማድረስ እና ለማስተዳደር የተነደፈ የመስመር ላይ መድረክ ሲሆን ይህም ለተማሪዎች በይነተገናኝ የመማር ልምድ፣ ግብዓቶች እና ግምገማዎችን ያቀርባል።
የ MESMER ፕሮግራም ድህረ ገጽን በመጎብኘት እና በቀረቡት ማስረጃዎች በመግባት MESMER LMS ማግኘት ይችላሉ። አዲስ ተጠቃሚ ከሆኑ መለያዎን እንዴት ማዋቀር እንደሚችሉ መመሪያዎችን የያዘ ኢሜይል ይደርስዎታል።
Toorri waltajjii Leenjii Kun, Kan Akka Mata_dureewwan Koorsii, Gaaffiwwan Bu’aa Qaban, Waltajjiiwwan Marii, Leenjiiwwan Viidiyoo, Bu’a Qabeessummaa Isaa Hordofuu, Waraqaa Ragaa Fi Amaloota Garaagaraa Kan Qabatee Dha.
በ MESMER LMS ላይ ያሉ ኮርሶች ለሁሉም የ MESMER ፕሮግራም ተሳታፊዎች ይገኛሉ። በፕሮግራሙ ምዝገባ ወቅት የምዝገባ ዝርዝሮች ይቀርባሉ
Waltajii Leenjii Irratti Gargaarsi Teeknikaa “GARGAARSA” Kan Jedhu Xuquu, Yookaan Irratti Email Erguun Argachuu Dandeessu. Gaaffii Isin Qabdan Deebisuuf Gartuun Keenya Yeroo Hundaa Qophii dha



